Are you 18 years old or above?
Masoom Lagti ho
Simbirroo simbirtuu Samiirra barristuu Bilisa si uume Waa sittin qusannee Feetu ni barrista, Feetu ni qubatta. Daangaan sin daangessu Bakka feete teessu Lagni sin hanqisu Hallayyaarraan kuftu Tulluu guddaa baatu Sitti hin ulfaatu Nan nyaadhaan rakkattu Facaasee sii laata Maaluma ofiin jettaa? Waaqa sa si uume nigalateeffattaa? Moo akkuma koo kana ofitti gumgumtaa?? Irra keet bareedaa Keessakee hin arkuu Tarii numa yaaddaa Ormi namaan beekuu Kophaa dhukkubsattaa Tarii ni dhamaataa Baallee uffattullee Tarii ni dhaamottaa? 😍
SORT BY-
Top Comments
-
Latest comments
12 months ago
Simbirroo simbirtuu
Samiirra barristuu
Bilisa si uume
Waa sittin qusannee
Feetu ni barrista,
Feetu ni qubatta.
Daangaan sin daangessu
Bakka feete teessu
Lagni sin hanqisu
Hallayyaarraan kuftu
Tulluu guddaa baatu
Sitti hin ulfaatu
Nan nyaadhaan rakkattu
Facaasee sii laata
Maaluma ofiin jettaa?
Waaqa sa si uume nigalateeffattaa?
Moo akkuma koo kana ofitti gumgumtaa??
Irra keet bareedaa
Keessakee hin arkuu
Tarii numa yaaddaa
Ormi namaan beekuu
Kophaa dhukkubsattaa
Tarii ni dhamaataa
Baallee uffattullee
Tarii ni dhaamottaa? 😍