下一个

自动播放

Masoom Lagti ho

111 意见 • 05/06/24
分享
Chhavi_Sharma
Chhavi_Sharma
10 订户
10

⁣Masoom Lagti ho

显示更多
1 注释 sort 排序方式
Shafisaa
Shafisaa
1 年 前

Simbirroo simbirtuu
Samiirra barristuu
Bilisa si uume
Waa sittin qusannee
Feetu ni barrista,
Feetu ni qubatta.

Daangaan sin daangessu
Bakka feete teessu
Lagni sin hanqisu
Hallayyaarraan kuftu
Tulluu guddaa baatu
Sitti hin ulfaatu
Nan nyaadhaan rakkattu
Facaasee sii laata
Maaluma ofiin jettaa?

Waaqa sa si uume nigalateeffattaa?
Moo akkuma koo kana ofitti gumgumtaa??

Irra keet bareedaa
Keessakee hin arkuu
Tarii numa yaaddaa
Ormi namaan beekuu
Kophaa dhukkubsattaa
Tarii ni dhamaataa
Baallee uffattullee
Tarii ni dhaamottaa? 😍

0
0
显示更多

下一个

自动播放